I want to go to Ethiopia by carani kara car go Ethiopia
One day, a new person contacted me via WhatsApp; his name is Dr. Piliph. He told me he lives in Canada. One day, he asked me about my life and what I was doing. I told him I was studying but had to stop due to various technical reasons. Then he asked me if I needed money and educational materials, saying he would provide them if I studied. I happily agreed. After a few days, he sent me a laptop, iPhone, clothes, smartwatches, wireless devices, and various other items. He told me not to turn off my phone because someone from Car Go would call me the next day. The next morning, I received a call from someone claiming to be from Ethiopia Car Go. This person said I needed to pay 22,000 birr to receive my items and asked me to transfer the money to an account named Andegna Me'aza, which was sent to me by an account named Awash. In this way, I lost my money.guyyaa tokko nama haaraa wo'iitin wol bare maqaan isaa dr piliph jedhama inni akka natti imetti Canada jiraata guyyaa tokko waa'ee jireenya ko maalirra akka an jiru na gaafate sana booda anis akkan barumsarra tureefii akkan sababa teknika garaa garaan adda kute itti ime innis akkas jechuun na gaafate yoo an mallaqaafi meeshaawwan barnootaaf si barbaachisan siif kenne ni barattaa jechuun na gaafate anis eeyye jedheen gammachuudhaan deebiseef sana booda guyyaa muraasa turuun laptop 💻 iPhone huccuu smart watches ⌚wireless fii wontoota gara gara akka naaf erge natti ime guyyaa boru car go irraa waan sii bilbilamuuf bilbila ke hin cufini naan jedhe sana booda ganama naaf bilbilame maqaan isaas Ethiopia car go jedha sana booda nammi naaf bilbile meeshaa ke argachuuf qarshii kuma 22 si gaafata kanaafuu amma account kana irra galchi jechuun account awash natti ergite maqaan isaas andegna me'aza jedha akkasitti maallaqa ko dhabe
Comments (35)
- MMike B2 weeks ago
you didn't scam because you got it a lot of things from him
16 - Pinyin gatwech lul2 weeks ago
thank you
13 - Qindii Aliyyi Ahmad2 weeks ago
thank you so very nice
16 - AAbush habtamu Abusha3 weeks ago
thank you
19